Psalms 101:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama jabaate Waaqa d'ugeefatu eebiseefi mana kiyyati galcha. Nami d'uga ch'alla gula deemu naa hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka na woliin jiraataniif; ijji tiyya amanamtoota ardii irra jiraatan irra jirti; ka karaa qulqullu'uun deemu; inni na tajaajila.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan na woliin le'anuuf, ilti tiyya gara worra addatamaa lafa tana keessa jiranuu hin ilaalti. Nami karaa komii hin qanne ideemu inni na hin tajaajila.