Psalms 101:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kiyyibaani mana kiyya keesa intahu, d'artichi tokoleeni na dura inejju.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee namni sobaan; mana kiyya keessa hin jiraatu ka soba dubbatu; na afo'otti ol jedhee hin dhaabatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama sobu mana kiyya keessa hin le'u; nami dhara dubbatu na dura hin dhaabbatu.