Psalms 101:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa anini worra ch'ubbu lafa keesaa balleese, nama hameenna tolchu ch'ufa dira AABBO Waaqa keesaa gussa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyii ardii irra jiraatan maraa; ganama maraa isaan balleessa; worra hamaa hojjatan maraa; qachaa Rabbii keessaa isaan barbadeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guyyuma guyya'aan worra hamaa lafa tana keessa jiranu hin balleessa; worra hantuu huju mara qachaa Mootii Waan Maraa keessaa hin balleessa.