Psalms 102:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni kiyya gaandidu galgalaa fakaata, anini buyyo gogodde fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri kiyya akka gaaddisa galgalaati; anillee akka margaatitti gogeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri jiruu tiyyaa akka gaaddisa galgalaa dabara; ani akka marraa qoora.