Psalms 102:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Ee AABBO Waaqa, atini hayyu haga jiru jireennati! Gurri kanke haguma jiru imbaddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Ati ammo baraa haga bara baraa; teessoo kee irra teetteerta; maqaan kee dhalootaa haga dhalootaa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati haga bara baraa barcumaa mootumma'aa keeti irra teetta; maqaan keeti dhalootaa haga dhalootaatitti hin jiraata.