Psalms 102:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini kaate, Sioni naata; hojaani ya geete ta isii nahu malani; hojaani suni tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin kaata; Tsiyooniin gara laafumma'aan laalta; bara mishummaa kee is'itti mudhiftu waan ta'eef hennaan murtaayellee gayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan ati isi'iif gadhaa laattu amma waan dhutteef, ati hin kaata; Xiyoon hin mararta; yennaan murtootte dhutteerti.