Psalms 102:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti AABBO Waaqa sodaate, hayyooti lafa ch'ufaleeni jabeenna isaa sodaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maqaa Rabbii; mootonni ardii irraa maruu ulfinna kee sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa maqaa Mootii Waan Maraa, moototi lafaa marti ulfinna isaa hin sodaatan.