Psalms 102:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gumi isaa ta lakisani ch'aqase, kad'acha worraale d'agayaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara faatee worra rakkattootaa laala; kadhaa isaaniillee hin tuffatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni daadimata worra deegaa hin dhage'a; gaaffii isaaniille hin tuffatu.