Psalms 102:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi tolche d'aloota takaa tanalee t'aafa, aka akasiini nami qara ind'alatinileeni isaa faarsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin uf afoo uumamu akka Rabbiin jaju; kun dhaloota dhufuuf akkana jedhamee haa barreeffamuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan amma hin dhalatin akka Mootii Waan Maraa leellittu, wonni kun dhaloota dhufuuf barreeffantuu ti.