Psalms 102:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, ka fulla qulqullo gubbaa jiru, Fulla Qulqullo suni gadi ilaale, lafa arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mana woyyuu ufii ka ol gubbaa jiruu waan gad laaleef, samii taa'ee ardii argeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa addee woyyittii gubba'aa irraa gad ilaale; ol-gubbaa tee'ee lafa ilaale.