Psalms 102:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini gaargala qabu naraa garaingaliini! Na ch'aqasi, hojja anini si yaamad'u hurrisi na qarqaari!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa rakkoo kiyyaa fuula kee na hin dhoffatin; gurra kee gara kiyya deebis; hennaa si waame dafii naa deebis.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa rakkinna kiyyaa, fuula keeti na hin dhoffatin; gurra keeti gara kiyya deebifadhu; yennaa ani si waamu, ariifadhuu deebii naaf kenni.