Psalms 102:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini maqa isaa Sioni keesati odeesani, gaafa lafafi gochiti ch'ufti wolti baate AABBO Waaqa kad'atu, Yerusalemu keesati isaa faarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf maqaan Rabbii Tsiyoonitti; galanni isaallee Yerusaalemiin keessatti labsama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf maqaan Mootii Waan Maraa Xiyoon keessatti, leellifamiisi isaa Yerusaalem keessatti laffama.