Psalms 102:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani kiyya akuma aara dabru jira, nafi kiyya aka ibida bobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri kiyya akkuma aaraatitti aaree waan dhumeef; lafeewwan kiyyallee akka girgira'aatitti holataa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri jiruu tiyyaa akka aaraa dabariisatti jira; lafeen tiyya akka barbada ibiddaa gubatiisatti jirti.