Psalms 102:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni tiyya yayu aka buuyo gogodde ch'ach'abt'e; anini sagale tokole nyaachu imfed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan kiyya akkuma marga waagiin dhayeetitti gogeera; nyaata nyaachuu dagadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya madowee akka marraa waan qooreef, sagalee nyaatiisa dadhabe.