Psalms 102:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini allaati lafa aloo yokhaani urungu onati galtu fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huummoo lafa gammoojji'ii fakkaadhe; akka urunguu hulee waan diiggamee jiru ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka huummoo goomolee keessaa, akka urunguu waan diigame oddu'uu te'e.