Psalms 102:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa nyaapi kiyya na miid'a, nami na goyesuleeni maqa kiyyaani woli abaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni kiyya guyyaa maraa natti baldan; worri na busheessan maqaa kiyya akka abaarsaatitti laalaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa mara diinoti kiyya natti murgan; worri natti cooru maqaa kiyya maqaa abaarsaa godhatan.