Psalms 102:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro dallansu tanteetifi daaraani sagale naa taate, imimaani kiyyaleeni waan anini d'uguuni wolti makhamani. Atini oli na fuute gadi na gatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaraa akka nyaataatitti waan nyaadheef; dhuddoo kiyyallee imimmaaniin wolitti makeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani daadhaa akka sagale'ee nyaadhe; imimmaan waan unu woliin wolitti makadhe.