Psalms 103:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti inni nama isa sodaatu jaalatu haguma fageenna lafafi gubbaani wolhanqattu geeti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma fageenni sami'ii ardii irraa ol gudda'aa; akkasuma worra isa sodaataniif araarri isaallee gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu, worra isa sodaatuuf jaalalli isaa ka bara baraa akka malee gudda'a.