Psalms 103:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma ilti boru ila aduu iraa fago jirtu, akasuma inni ch'ubbu teenna nuraa fageesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma baati biiftu'uu dhiya biiftu'uu irraa fagaatu; yakka keenna ka hagasuma nu irraa fageesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma garri aduun baatu gara aduun seentu irraa fagaatu, inni cubbuu teenna nu irraa fageessa.