Psalms 103:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma abbaani ilmaani ufiiti nahu, akasuma AABBO Waaqi nama isa sodaatu naha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaan ijoollee ufiitii garaa laafu; akkasuma Rabbillee worra isa sodaataniif garaa laafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma abbaan ijoollee ifiitiif gadhaa laafu, maarre Mootiin Waan Maraalle worra isa sodaatuuf gadhaa laafa.