Psalms 103:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan duri iraa nu uume imbeekha, aka biyye iraa nu mid'aase inqaabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka nu itti uumamne waan beekuuf; akka nu daaraa taane yaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni attam akka nuuti dadanne waan beekuuf, biyyee akka teene hin qaabata.