Psalms 103:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nama AABBO Waaqa sodaatu jaalalti isaa haga jirtu biraa indeemtu, dansumti isaaleeni haga jirtu ch'ufa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalli Rabbii ammo baraa haga bara baraa worra isa sodaatan irratti; balchummaan isaa haga ilma ilma isaanii isaan irra ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli bara baraa ka Mootii Waan Maraa ammoo bara baraa haga bara baraatitti, worra isa sodaatu woliin hin jiraata; balchummaan isaalle ijoollee ijoollee isaa woliin hin jiraatti.