Psalms 103:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama wold'aqisa isaa guute seera isaa jabeesu ilakiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waadaa isaa eegan irra; worra jabaatanii ajaja isaa raawwatan irra ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille worra gondooroo isaa eegatanuu fi worra ajaja isaa muummessiisaaf qaabatanuuf te'a.