Psalms 103:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi barch'uma ufii gubba d'aabe duuba waan ch'ufa mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi teessoo ufii sami'itti jabeesseera; mootummaan isaa maraa bulchiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa barcumaa mootummaa ifii ol-gubbaa keessatti jabeessee dhaabbateera; mootummaan isaa waan mara bulchiti.