Psalms 103:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani malaikaani jajabduni, ta seera isaa guute dubbi isaa ch'aqaftu, AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ergamtoonni dubbii isaatii ajajamtan; isin jajjaboonni ajaja isaa raawwattan; Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ergantooti Waaqaa, worri jajannooti jajjabooti ka jecha isaatiif ajajantanee waan inni jedhu gootanu Mootii Waan Maraa leellisa'a.