Psalms 103:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi uume, ta fulla inni fidu ch'ufa jirtu, ha AABBO Waaqa faarsitu. Lubbuuni tiyyaleeni ha AABBO Waaqa faarsitu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri bulchiinsa isaa keessa jiraattan maruu; uumamni maruu; Rabbiin galatoonfadhaa'a; Lubbuu tiyya Rabbiin galatoonfadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni inni dade marti, mootummaa isaa keessa addee jirtanu maratti Mootii Waan Maraa leellisa'a. Ee lubbuu tiyya Mootii Waan Maraa leellisi.