Psalms 103:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni boola awaala dura na baase, naasufi jaalala naa kenne na eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka jireenna kee maraa boolla badi'ii irraa oolchu; ka jaalala bara baraatii fi gara laafummaa sii kennu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka jiruu teeti awwaalamuu irraa wodu, ka jaalala bara baraatii fi marartii sii kennu,