Psalms 103:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni haga anini jiru ch'ufa waan dansa naa kenne na quubse, aka akasiini anini kaimuma tiyya keesa aka risa jabaad'e taau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dargaggummaan kee akka bajjaatitti akka haarawoomu; hawwii kee ka waan misha'aan dheebuu baasu isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dargaggummaan teeti akka risa'aa akka haareffantu, ka jiruu teeti waan dansa'aan quussu isa.