Psalms 103:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama dabsani d'uga mure, waan worraa malle kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra cunqurfaman maraafuu; murtii qajeela'aa fi haqa isaanii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra cunqurfame maraaf, balchumma'aa fi haqaan huja.