Psalms 103:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi naasufi eeba qaba, hurre indallanu, jaalalti isaaleeni ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gara laafessaa fi ka dhiifamsa namaa godhu; ka dheekkamsaaf hin ariifanne; ka jaalalli isaa gudda'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mararti'ii fi araaraan ka guutame, ka aari'iif hin ariifannee fi ka jaalala guddaa qabu.