Psalms 103:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja ch'ufa lole nama ingorsu, guyya ch'ufale namati indallanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa maraa yakka hin hordofu; baraa haga bara baraa hin dheekkamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa mara yakkaa teenna hin laakkowu; haga bara baraa aari'iin hin turu.