Psalms 104:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini bale keesaa madda yaafte jiddu kubile laga baafta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Burqaawwan akka dhooqa keessa deeman goote; gaarran jidduu yaa'an;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maddi dhooqa keessa akka yaa'u goote; isaan koobota wodhakkaa yaa'an.