Psalms 104:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini marra horii baafte, mukhale nama baafta; aka akasiini inni mid'aanifi daad'i isa gammachiiftuufi; d'aad'a inni ifsaatufi qit'a jabeenna isaa kennule ira argatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardii keessaa nyaata baasu'uun; hori'ii marga; biqiltuu faayidaa ilmaan namaatiif baafta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marri hori'iif akka latu, namaafille sagalee waan te'uuf, lafa irraa midhaan akka latu goota.