Psalms 104:15 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daadhii woyini'ii ka garaa namaa gammachiisu; dhadhaa fuula namaa cululussu; nyaanni nama jabeessu asitti argama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyniin gadhaa namaa akka gammachiittu, zayitiin fuula namaa akka cululussitu, sagaleen akka nama jabeessitu goota.