Psalms 104:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kubleeni nyeench'a ato adamsitu; itante sagale Waaqi kennuufi barbaaddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmooleen leencaa nyaata barbaadanii iyyan; waan nyaatan Rabbiin biraa barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Neenqoti dardarooti adamo'oof dhangaa dhowan; sagalee ifii Waaqa irraa barbaadatan.