Psalms 104:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini waan heddu uumte! Atini qarooma akamitiini waan kana ch'ufa uumte. Wonti atini uumte sunini ch'ufti ya lafa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hujiin kee akkam gudda'a! maraa ogummaa keetiin hojjatte; ardiin uumama keetiin guuttamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, hujiin teeti attam attam baca'a! Ati isaan mara qarumma'aan daddeerta; latti waan ati daddeen guutanteerti.