Psalms 104:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini dudda iti gaargalaani worri sodaate; atini hafuura keesa funnaani worri due biyye keesaa baheeti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ati fuula dhooggatte; naasu'utu isaan irra gara gala yoo ati hafuura isaan keessaa fudhatte hin du'an; gara biyyee ufii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ati isaan irraa garagaltu, isaan guddoo sodaatan; yennaa ati hafuura isaanii isaan keessaa fudhatu, isaan hin du'an; gara biyye'ee hin deebi'an.