Psalms 104:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru ch'ufa AABBO Waaqaa sirba; haga lubbuuni na keesa jirtu anini Waaqa kiyya faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lubbu'uun jiru Rabbiin faarfadha; haga jiru Waaqa kiyya jaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bara jiruu tiyyaa mara Mootii Waan Maraatiif hin faarsa; ani haga jiru mara Waaqa kiyya faaru'uun hin leellisa.