Psalms 105:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, AABBO Waaqaa galata deebisa, isa yaamad'a; waan inni tolche gosa ch'ufati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin galatoonfadhaa'a; maqaa isaa waamaa'a hujii isaa banii jiddu'utti ibsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa galateeffadha'a; maqaa isaa waammadha'a; waan inni huje gosa biyya adda addaa oddu'utti beessisa'a.