Psalms 105:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenna, isiini hand'ura kanke taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhe, «Gayee ristii keetii taasisee, lafa Kana'aanii sii kenna»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Qooda ati dhaaltu akka teetu, ani lafa Kana'aanii si'iif hin kenna» jedhe.