Psalms 105:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla tau d'abe, lafafi gosa d'ibi ch'ufa keesa mare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya tokkoo irraa gara banii biyya biraa hennaa raantayan mootummaa tokko irraa gara mootummaa biraa yoo jal jal jedhan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa biyya tokkoo irraa gara gosa biyya tokkoo, mootummaa tokko irraa gara kolbaa dhibi'ii asii fi achi worra daaqaa ture.