Psalms 105:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi gosa d'ibi worra dabsuu d'owe, maro worraatifi inni hayyoota gorse waan jed'eeni:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee akka daba isaan irratti raawwatu hin eeyyamneef; waan isaaniitiif akkana jedhee moototaan lole;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo nami tokkolle akka isaan cunqursu hin goone; inni isaaniif jedhee mootota xixee,