Psalms 105:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga wonti Yusufuuni fage guutamtuti. Dubbini Waaqaa d'uga isaa murte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga dubbiin inni jedhe isaa raawwatamuuf; dubbiin Rabbii isa qore.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Yoseef dursee dubbate haga muummottutti, jechi Mootii Waan Maraa haga isa ilaale.