Psalms 105:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sirba isaa faarsa, waan jabdu inni tolche odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa weeddisaa'a; isa faarfadhaa'a; hujii isaa maalalchiisaa maraa himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa faarfadha'a; faaru'uun isa leellisa'a. Waan bilbaasa inni huje mara odeessa'a.