Psalms 105:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Waaqaa ka mama jabdu lafa Misiri keesati tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan malkata ajaa'ibaa isaan jiddu'utti; wontoota maalale'ee lafa Kaamiititti hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan beessisa bilbaasa isaa worra Gibxi'ii oddu'utti, waan maade'ee lafa kaamii keessatti hujane.