Psalms 105:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dukana lafa Misiriti erge, ammo worri Misiri dubbi isaa dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkana ergee lafa dukkaneesse; isaanillee diddaa dubbii isaa dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dukkana ergee lafa dukkaneesse; worri Gibxi'ii ammoo waan inni jedhe mormane.