Psalms 105:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nu nama isaa taaneefi gammada; nami isa yaamatu ch'ufti ha gammaduti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa isaa woyyu'uun boonaa'a! worra Rabbiin soqan garaan isaanii haa gammaduu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa isaa woyyichaan ifi jaja'a; gadhaan worra Mootii Waan Maraa barbaaduu gammadee firinxiixuu ti.