Psalms 105:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa worraa raachi ira dabre, mana hayyule raachi guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardiin isaanii; manniin mootota isaanii uduu hin hafne; raachi keessa yaa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya isaanii, kolloon moototaalle adoo hin hafin raachi keessa guute.