Psalms 105:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dubbannaani tiiteefi biinniini lafa qabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa dubbate tuunni tiisisaa dhufe; biimbeen lafa isaanii irra gara galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dubbannaan faachii fi bookeen biyya isaanii duudii keessa dhufane.