Psalms 105:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla bokayaa bokaya d'akhaani roobufi angaasu lafa worraati buuse;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rooba isaanii baradaa godhe; lafa isaanii maraa irratti bakakkaa buuse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bokkeya isaanii bokkeya dhaka'aa godhee, lafa isaanii maratti mandiisuu buuse.